Abiy Ahmed Ali ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
โœ”
157K subscribers
7.87K photos
365 videos
70 links
แАแŒปแАแ‰ต แˆˆแˆ…แ‹แ‰ฃแ‰ฝแŠ• - แ‰ฅแˆแŒฝแŒแŠ“ แˆˆแŠ แŒˆแˆซแ‰ฝแŠ•!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People โ€“ Prosperity to our Nation!
Download Telegram
แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แˆˆแˆแ‰ณแˆแˆ˜แ‹ แ‹•แ‹ตแŒˆแ‰ต แ‹จแˆตแŠฌแ‰ต แ‰แˆแ‰ แ‹จแ‰ฐแˆแŒฅแˆฎ แˆ€แ‰ฅแ‰ทแŠ• แˆˆแŠขแŠฎแŠ–แˆš แŒแŠ•แ‰ฃแ‰ณ แ‰ แŠ แŒแ‰ฃแ‰ก แˆ˜แŒ แ‰€แˆ แАแ‹แกแก แ‹จ #GERD แ‹จแ‰ดแŠญแŠ’แŠญ แŠฎแˆšแ‰ด แˆตแˆ‹แ‰€แˆจแ‰ แ‹ แ‹จแˆแŠ”แ‰ณ แ‰ตแŠ•แ‰ฐแŠ“ แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแˆแกแก แ‹จ #Ethiopia แŠฅแŠ“ แ‹จ #Africa แ‹จแ‹•แ‹ตแŒˆแ‰ต แˆแˆแŠญแ‰ต แ‹จแˆ†แАแ‹แŠ• แ‹จ #Nile แ‹แŠƒแŠ• แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠฅแŠ“ แ‹จแ‰ณแ‰ฝแŠ›แ‹ แ‰ฐแ‹แˆฐแˆต แˆ€แŒˆแˆซแ‰ต แ‰ แแ‰ตแˆแ‹Š แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แŠฅแŠ•แ‹ฒแŒ แ‰€แˆ™ แ‰ แ‰แˆญแŒ แŠแАแ‰ต แˆ˜แˆฅแˆซแ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แŠฅแŠ•แ‰€แŒฅแˆ‹แˆˆแŠ•แกแก

Itoophiyaan guddina yaadduuf furtuun milkaa'ina ishee qabeenya uumamaa ishee guddina dinagdeef haalaan itti fayyadamuudha. Xiinxala haala ammaa koreen teekniikaa #GERD dhiyeesseef nan galateeffadha. Bishaan #Nile mallattoo guddina #Itoophiyaafi #Afrikaa ta'e, Itoophiyaafi biyyoonni yaa'a lagichaa gajjaallaa jiran haqummadhaan akka itti fayyadaman kutannoodhaan hojechuu keenya itti fufna.

Ethiopia aspires to grow and the foundation of this growth is our economic development anchored in utilisation of our natural endowments. I thank the #GERD technical committee for their status update presentation. A symbol of #Ethiopiaโ€™s and #Africaโ€™s progress, we remain committed to fair and equitable usage of #Nile waters for the shared economic benefits of Ethiopia and downstream riparian countries.

* แ‰ แŠ แŠซแˆ แ‰ฐแˆซแˆญแ‰€แŠ•แค แŠ•แŒฝแˆ•แŠ“ แŒ แ‰ฅแ‰€แŠ•แฃ แŠฅแˆญแˆต แ‰ แˆญแˆต แ‰ฐแˆจแ‹ณแ‹ตแ‰ฐแŠ•- แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแŠ• แŠจแŠฎแˆฎแŠ“ แŠฅแŠ•แ‰ณแ‹ฐแŒ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *