Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
157K subscribers
7.87K photos
365 videos
70 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
በአፍሪካ ነጻ የንግድ ቀጣና ንግድ መጀመሩ ለአህጉራችን ትልቅ ደስታ ነው፣ እንኳን ደስ ያለን። አዲሱ የአፍሪካ ወሰን አእምሮዎቻችን ለሐሳብ፣ ገበያዎቻችን ደግሞ ለንግድ ክፍት የሚሆኑበት ቀጣናዊ ውሕደት ነው። ንግድ በእጅጉ አሳሳቢ የሆኑ ግንኙነቶችን ቀለል የማድረግ ባህሪይ አለው። የተቀናጁ ገበያዎች ደግሞ ብልጽግናን ያስገኛሉ።

Afrikaatti qaxanaan daldalaa bilisaa jalqabuunsaa ardii keenyaaf gammachuu guddaadha; baga gammanne. Daangaan Afriikaa haaraan kun walitti makamuu qaxanichaa sammuun keenya yaadaaf gabaawwan keenyammoo daldalaaf banaa itti kan ta'anidha. Daldalli amala walittidhufeenya baay'ee rakkisaa ta'an salphaa gochuu qaba. Gabaawwan qindaa'animmoo badhaadhina argamsiisu.

Congratulations to our continent for the beginning of trading under the African Continental Free Trade Area (#AfCTA)#AfCTA. The new frontier for #Africa is indeed regional integration, where minds are open to ideas & markets are open to trade. Trade defuses the most fraught relations & integrated markets generate prosperity.