แจ #แ แแชแซ แแ แ แแ แแ! แ แฅแจแ แจแตแ
แแต แแฅ แฅแแแแ แ
แข แจแฐแ
แแแต แแตแตแแฝแ แ แแซ แฅแแตแ แฅแ
แข แจแแ แญแฅแซแฝแแ แแแฝ แฅแแฒแฐแกแ แจแแแแ แ แแฅแแต แฅแแแฃแข แขแฎแแแซแฝแแ แ แแแ
แฐแ แแฅแณแฝแแ แฅแ แแแแณแฝแแ แ แแฃแแญ แ แแแณ 2063แ แ แแซ แฅแแ แฅแแตแญแแข
Yeroon #Afrikaa ammadha! Waliin taanee boolla hiyyummaa keessaa haa baanu. Wabii nageenyaa keenya waltaanee haa eegsifnu. Ulfina keenya ormarraa kadhachuu keessaa dafnee haa baanu. Dinagdee keenya qindeessinee, qabeenyaafi beekumsa keenya waltaasifnee Ajanadaa 2063 waliin haa dhugoomsinu.
The time for #Africa is now! Together we can climb faster out of the pit of poverty, insecurity and begging for dignity. Through economic integration, pooling our resources and knowledge, we can collectively realise Agenda 2063.