Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
157K subscribers
7.87K photos
365 videos
70 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
የ #አረንጓዴዐሻራ ቪዲዮዎቻችሁን በማኅበራዊ ሚዲያ ማጋራት ጀምራችኋል? ጽሕፈት ቤታችን ኅብረተሰቡ በዚህ ዓመት አረንጓዴ ዐሻራውን እንዲያሳርፍ የሚያነሳሱ፣ በመተባበር የተሠሩና ፈጠራ የታከለባቸው ቪዲዮዎችን እያሰባሰበ ነው። አጫጭር ቪዲዮዎቻችሁን #የጠሚአረንጓዴዐሻራጥሪ ከሚል መለያ ጋር በማኅበራዊ ሚዲያ አጋሩ።

Vidiyoo #AshaaraaMagariisa keessan midiyaa hawaasummaarratti qooduu jalqabdaniittuu? Waajjirri keenya vidiyoowwan akka hawaasni ashaaraasaa magariisa keewwatu kakaasanfi kalaqarratti hundaa'anii walta'insaan hojjetaman walittiqabaa jira. Vidiyoo keessan gaggabaaboo #WaamichaAshaaraaMagariisaaMM jechuudhaan qoodaa.

Are you sharing your #GreenLegacy challenge videos yet? My team is scouting collaborative creative videos that inspire and motivate communities to plant their print this year. Mark your short videos #PMGreenLegacyChallenge and share on social media. The surprise still stands!

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
#የጠሚአረንጓዴዐሻራጥሪ በሚል ፈጠራ የታከለባቸው ቪዲዮዎች የሠሩትን ወገኖች በማግኘቴ ዛሬ እጅግ ደስ ብሎኛል:: ጥረታችሁ የሚበረታታ ነው::

Namoota #WaamichaAshaaraaMagarisaMM f deebii kennuudhaan viidiyoowwan kalaqarratti hundaa'an hojjetan waliin har'a walarguukootti gammadeera. Carraaqqiin keessan kan jajjabeeffamudha.

Pleased to have met today the individuals who heeded the #PMGreenLegacyChallenge call and developed the creative videos. Your efforts are commendable.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *