Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
157K subscribers
7.87K photos
365 videos
70 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
በ innovation.covid19.et አማካኝነት መልካም የፈጠራ ሐሳቦች እየደረሱን ነው። ዐቅማችንን እና ትኩረታችንን ውጤታማ በሆኑ ተግባራት ላይ ማድረጋችን #ኢትዮጵያን የማበልጸግ አንድ አካል ነው። ፍሬያማ ሐሳቦችን በማፍለቅ እና ውጤታማ ተግባራትን በማከናወን ጠንካራ እና ያደገች ሀገርን እንገንባ። በፈጠራ ሥራ ተጠምደው ለሚገኙት ሁሉ አድናቆቴ ይድረስ።

Karaa innovation.covid19.et yaadonni kalaqaa gaariin nu gahaa jiru. Humnaafi xiyyeeffannoo keenya hojiilee bu'a qabeessa ta'an irra oolchuun keenya qaama #Itoophiyaa badhaadhomsuuti. Yaadota bu'a qabeessa ta'an burqisiisuufi hojiilee bu'a qabeessa ta'an hojjechuudhaan biyya cimtuufi guddatte haa ijaarru. Warra hojii kalaqaatiin qabamanii jiran hundaaf dinqisiifannaan koo haa gahu.

Good ideas are being shared on the innovation.covid19.et portal by various individuals. Directing our energy and focus to productive activities is a building block to #Ethiopia’s prosperity. Let us engage in constructive ideas and deeds to build a stronger and developed nation. Well done to those that are immersed in the innovation process.