แ #COVID19 แแญแแซแต #StayAtHome/ แ แคแต แแตแฅ แจแแแณแแแแ แแ แแฐ แแแซแ แแตแ แฅแแแญแจแแข แ แณแฒแต แแแฎแฝแ แแแแ แฅ แฅแ แแแแญแฃ แแ แซ แฅแ แแญแแญแ แแแซแแตแฃ แจแแตแฃแฝแ แแญ แแแแแแตแฃ แจแคแฐแฐแฆแปแฝแ แแญ แซแแแ แแแแแต แจแ แแ แแแณแฐแ แฅแแฝแแแแกแก แแญแตแ แแฐ แแแฃแฃแต แจแแแจแญ แแตแ แ แฅแแฝแ แแแข แ แดแถแฝ แแญ แจแคแต แแตแฅ แฅแแต แ แแแแแ แแแณ แฐแแฃแญแแต แจแแแ แกแก แ แฅแแฐแแ
แแญแแต แ แตแธแแช แแแซแต แแ แแแต แณแญแแ แแฐแแแ แญแแญแฅแแ แกแก
Sababa rakkoo fayyaa #COVID-19 n yeroo mana turru kana gara carraa gaariitti jijjiiruu ni dandeenya. Dubbifnee waan haaraa barachuu, kalaqnee uumuu, yoo qobaa jiraanna ta'e immoo keessa keenyaan walbaruu, akkasumas yoo maatii waliin jiraanna ta'e walittidhufeenya cimsuuf oolchuu dandeenya. Waldhabdee gara walhubachuutti jijjiiruufis carraan isaa harka keenya jira. Haleellaan mana keessaafi kan dubartoota irratti raawwatamu haala kam keessattuu fudhatama hin qabu. Yeroo qoraa akkanaatti hundi keenya iyyuu ol walqabuu qabna.
#StayAtHome period due to the #COVID19 health crisis can be turned into an opportunity. To read and learn new things. To innovate and create. To connect with ourselves, if we live alone. And to deepen ties with our families as we get to know them in new ways. The opportunity to transform conflict into understanding is at our hands. Domestic violence and violence against women is unacceptable under any circumstance. We should all lift one another in such trying times.