Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
157K subscribers
7.87K photos
365 videos
70 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
የ #አረንጓዴዐሻራ ችግኞችን ከክልል ርዕሳነ መስተዳድሮች ጋር በመሆን ተክለናል፡፡ በአረንጓዴ አሻራ አንድነት እንፈጥራለን!

Biqiltuuwwan #AshaaraaMagariisaa pirezdaantota naannolee waliin taa'uun dhaabneerra. Ashaaraa magariisaan tokkummaa uumuu ni dandeenya!
//

በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
#አረንጓዴዐሻራ በጉራጌ ዞን

#AshaaraaMagariisaa Godina Guraageetti

//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
ፕሬዚደንት ኢስማኤል ዑመር ጊሌ #አረንጓዴዐሻራ በጅቡቲ እንዲከናወን በማድረጋቸው አመሰግናቸዋለሁ። የአፍሪካ ቀንድ ሀገራት መሪዎች ከሆኑ ወንድሞቼ ጋር ችግኞችን ተክለናል።

#AshaaraanMagariisni Jibuutiitti akka gaggeeffamu gochuusaaniitiif Pirezdaanti Ismaa'el Geelee nan galateeffadha. Obbolaakoo hooggantoota gaanfa Afrikaa waliin biqiltuuwwan dhaabneerra.

//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
#አረንጓዴዐሻራ በአዳማ

#AshaaraaMagariisa Adaamaa

//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
የዚህ ዓመት የ #አረንጓዴዐሻራ የችግኝ ተከላ ሥራ ከተጀመረ ሁለት ወር ሊሞላው ነው። በፊልም፣ በግራፊክ ሥነ ጥበብ፣ በፎቶግራፍ፣ በሥነ ጽሑፍ፣ በካርቱን ሥዕል እንዲሁም በልዩ ልዩ ዘርፎች የተሠማራችሁ ኢትዮጵያውያን የኪነ ጥበብ ባለሞያዎች ሁሉ፣ ተደምራችሁ አነቃቂ የ #አረንጓዴዐሻራ ቪዲዮዎችን አዘጋጅታችሁ #የጠሚአረንጓዴ ዐሻራጥሪ በሚል መለያ በማኅበራዊ መገናኛ ብዙኃን እንድታጋሩ ጥሪዬን አቀርባለሁ። ለተመረጡት ሥራዎች ባለቤቶች አስደናቂ በረከቶች ተዘጋጅተውላቸዋል።

Biqiltuu dhaabbiin bara kanaa #AshaaraaMagariisni edda jalqabee ji'a lama ta'uuf jedha. Itoophiyaanonni ogeeyyiin fiilmii, giraafiiksii, suuraa, hogbarruu, fakkii kaartuunii, akkasumas dameewwan aartii addaddaarratti bobbaatan hundi ida'amtanii viidiyoo onnachiisaa #AshaaraaMagariisaa qopheessuudhaan #WaamichaAshaaraaMagariisaMM maqaa jedhuun miidiyaa hawaasummaarratti akka qooddan waamichakoon isinii dhiyeessa. Hojiilee caalanii filatamaniif kennaan qophaa'e jira.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
የኢትዮጵያን ልምላሜ ለመጨመር ፤ የአየር ንብረት ለውጥን ለማሻሻል፤ በ #አረንጓዴዐሻራ እንቅስቃሴ፣ እንዲሁም በሸገር እና በእንጦጦ ፓርኮች ተጨባጭ ተግባራትን እየከወንን ነው። ዛሬ ጠዋት ከእነዚህ ሥራዎች ጋር የተስማማ፣ በማራቶን ሞተርስ አማካኝነት ሙሉ ለሙሉ በሀገራችን የተገጣጠመ፣ የመጀመሪያውን የኤሌክትሪክ መኪና በስጦታነት በመቀበሌ አመሰግናለሁ። የካርቦን ልቀት የማያስከትሉ መኪኖች፣ በማደግ ላይ ባሉ ከተሞቻችን የአየር ብክለት እንዲቀንስ አስተዋጽዖ ያደርጋሉ።

Itoophiyaa magariisomsuufi jijjiirama haala qilleensaa dandamachuuf sochii #AshaaraaMagariisaafi paarkota Shaggariifi Inxooxxootiin hojiilee qabatamaa hojjetaa jirra. Har'a ganama konkolaataa elektiriikii isa jalqabaa hojiilee kana waliin walsimufi, Maaraatoon Mootersidhaan guutummaatti biyya keenyatti tolfame kennaadhaan fudhachuukootti gammadeera. Konkolaattonni aara kaarboonii hingadhiisne faalama qillensaa magaalota keenya guddata jiranii hir'isuuf ni gargaaru.
የ #አረንጓዴዐሻራ ቪዲዮዎቻችሁን በማኅበራዊ ሚዲያ ማጋራት ጀምራችኋል? ጽሕፈት ቤታችን ኅብረተሰቡ በዚህ ዓመት አረንጓዴ ዐሻራውን እንዲያሳርፍ የሚያነሳሱ፣ በመተባበር የተሠሩና ፈጠራ የታከለባቸው ቪዲዮዎችን እያሰባሰበ ነው። አጫጭር ቪዲዮዎቻችሁን #የጠሚአረንጓዴዐሻራጥሪ ከሚል መለያ ጋር በማኅበራዊ ሚዲያ አጋሩ።

Vidiyoo #AshaaraaMagariisa keessan midiyaa hawaasummaarratti qooduu jalqabdaniittuu? Waajjirri keenya vidiyoowwan akka hawaasni ashaaraasaa magariisa keewwatu kakaasanfi kalaqarratti hundaa'anii walta'insaan hojjetaman walittiqabaa jira. Vidiyoo keessan gaggabaaboo #WaamichaAshaaraaMagariisaaMM jechuudhaan qoodaa.

Are you sharing your #GreenLegacy challenge videos yet? My team is scouting collaborative creative videos that inspire and motivate communities to plant their print this year. Mark your short videos #PMGreenLegacyChallenge and share on social media. The surprise still stands!

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *