Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
157K subscribers
7.87K photos
365 videos
70 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
በቢሾፍቱ ችግኝ ማፍያ ተገኝቼ በመጪው ክረምት ለምናካሂደው የ5 ቢሊዮን ችግኞች የ #አረንጓዴ ዐሻራ መርሐ ግብር የሚደረገውን ዝግጅት ተመልክቻለሁ፡፡ ፕሪሲሽን ቴክኖሎጂን በመጠቀም እስካሁን የደረስንበት የክንውን ደረጃ የሚደነቅ ሲሆን፣ ሀገራችንን አረንጓዴ ልምላሜ የማልበስ ግባችንን የሚደግፍ ነው፡፡

Bishooftuutti argamuudhaan qophii ganna dhufu #AshaaraaMagariisaa f biqiltuuwwan biliyoona 5 dhaabuuf taasifamaa jiru buufata biqiltuun itti qophaa'utti daawwadheera. Teeknooloojii pirisiishiniitti fayyadamuudhaan raawwiin hamma ammaatti jiru kan dinqisiifatamu yoo ta'u, galma yeroo dheeraa biyya keenya magariisomsuu kan deggarudha.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *


https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
ከዓለም የምግብ ፕሮግራ ዋና ሥራ አስፈጻሚ ዴቪድ ቤዝሊ ጋር ኢትዮጵያ የሰብአዊ ርዳታዎችን በማስተባበር ስለምትጫወተው ሚና፣ ስለዚህ ዓመት #አረንጓዴ ሻራ ዕቅዶች ድጋፍ እና ኢትዮጵያ የምግብ ደኅንነትን ለማረጋገጥና ምርታማነትን ለማሳደግ ስለምታደርገው ጥረት ጥሩ ውይይት አድርገናል፡፡

Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deevid Beeziley waliin gahee Itoophiyaan gargaarsota namoomaa qindeessuudhaan qabdu, waa'ee deeggarsa karoora #AshaaraaMagariisaa baranaafi tattaaffii Itoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuufi hoomishtummaa guddisuuf gootu irratti marii gaarii gooneerra.

// * በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *