Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
157K subscribers
7.87K photos
365 videos
70 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
የበጋ የስንዴ ምርት በተሳካ ሁኔታ እየተከናወነ ነው! በጋራ በቀደሙት ስኬቶቻችን ላይ አብሮ የከተማ ግብርና ታክሎበት የምግብ ዋስትና ተግዳሮቶችን ቀስ በቀስ መፍታት ያስችለናል።

Homishni qamadii bonaa haala milkaa'een adeemaa jira! Milkaa'ina keenya hamma ammaatti jirutti dabaluudhaan tattaaffii qonna magaalaa waliin ta'ee suuta suuta rakkoo wabii nyaataa hiikuuf nu dandeessisa.

Summer wheat production progressing well! Let us build on our successes thus far, and together with urban agriculture endeavours, we can gradually address food security challenges.
በዝቅተኛ ገቢ ለሚተዳደሩ የኅብረተሰብ ክፍሎች ዓመታዊ የቤት እድሳት መርሐ ግብር በምናስጀምርበት በዚህ ወቅት ግለሰቦች፣ የንግድ ተቋማት እና የመንግሥት ተቋማት ክረምት ከመግባቱ በፊት በአካባቢያችን ላሉ በርካታ ሰዎች ምቹ እና ሰብአዊ ክብርን መሠረት ያደረገ የኑሮ ሁኔታን ለመፍጠር በሚደረገው ዓመታዊ ክንውን የበኩላቸውን እንዲወጡ ጥሪዬን አቀርባለሁ። በተለይም የንግድ ድርጅቶች ማኅበራዊ ኃላፊነትን በመወጣት በሺዎች የሚቆጠሩ ሰዎችን ኑሮ ማሻሻል ይችላሉ።

Wayita kutaalee hawaasaa harkaqal'eeyyii ta'aniif sagantaa waggaa mana haaressuu jalqabnu kanatti, namoonni dhuunfaa, dhaabbileen daldalaafi dhaabbileen mootummaa utuu ganni hin seeniin namoota naannawaa keenyatti argaman hedduuf, tattaaffii jireenya mijawaafi kabaja namoomaaf malu akka jiraatan gochuuf eegalame kanaan gaheesaanii akka bahan waamichakoon dhiyeessa. Keessumaa dhaabbileen daldalaa itiigaafatamummaa hawasummaasaanii bahuudhaan jireenya namoota kumaatamatti lakkaa'amanii fooyyessuu ni danda'u.
ዛሬ በቦሌ ለሚ ኢንዱስትሪያል ፓርክ ያስመረቅነውና የኢንቪቮ ግሩፕ ኢንቨስትመንት የሚመሰገን ነው። ከ50,000 ከሚበልጡ አርሶ አደሮች ጋር ትስስር በመፍጠር በዓመት 60,000 ቶን ብቅል ለማምረት የሚያስችል መሆኑ፣ በዋናነት የውጭ ምርቶችን በሀገር ውስጥ ምርቶች ለመተካት የሚደረገውን ጥረት ለመደገፍ ያስችላል። ኢትዮጵያ እንዲህ ባለ መጠነ ሰፊ መንገድ ሙዓለ ነዋይ ለማፍሰስ የሚፈልጉ ቁርጠኛ ባለሀብቶችን ለመቀበል እና አስቻይ ሁኔታዎችን ለመፍጠር ዝግጁ ናት።

Invastimentiin 'Invivo Group' har'a Paarkii Indaastrii Boolee Lammiitti eebbisiifne kan jajamudha. Qonnaan bultoota kuma 50 ol waliin hidhata uumuudhaan waggaatti biqila toonii kuma 60 homishuudhaaf kan dandeessisudha. Kun immoo tattaaffii homishoota biyya alaatii galfaman kan biyya keessaatin bakka buusuuf godhamu deeggaruudhaaf hojii ijoodha. Itoophiyaan abbootii qabeenyaa maallaqasaanii haala akkas bal'aa taa'een hojiitti bobbaasuuf barbaadan simachuufi haala mijeessuufiidhaaf qopheedha.
እውነተኛ የአፍሪካ ልጆች፣ ዶ/ር አኪኒዩሚ አዴሲና እና ዶ/ር ፒዬትሮ ሳሊኒ ከአዲስ አበባ ዩኒቨርሲቲ የክብር ዶክትሬት ዲግሪ በማግኘታችሁ እንኳን ደስ አላችሁ። የተቀበላችሁት በኢኮኖሚክስ እና በምሕንድስናው መስክ ላበረከታችሁት ታላቅ አስተዋጽዖ የሚገባችሁ ዕውቅና ነው።

Ilmaan Afrikaa dhugaa Dr. Akinwumi Adesina fi Dr. Pietro Salini Yuniversiitii Finfinneeeraa doktireetii kabajaa argachuu keessaniif baga gammaddani. Badhaasichi gumaacha guddaa damee dinagdeefi injiineriingiitiin gootaniif beekamtii isiniif maludha.

Congratulations to the true sons of Africa Dr Akinwumi Adesina and Dr. Pietro Salini on being conferred honorary doctorate degrees by Addis Ababa University. A recognition well deserved for your great contributions to the field of economics and engineering.