ዛሬ ፕሬዝዳንት ዊልያም ሩቶን ተቀብዬ ያለንን ቁርኝት በማጥበቅ ትብብራችንን ይበልጥ በምናጠናክርባቸው የሁለትዮሽ ጉዳዮች ላይ ውይይት አድርገናል።
Har'a Pirezdaanti Wiliyaam Ruuttoo simadhee dhimmoota garlamee hidhata keenya cimsuudhaan walta'insa keenya caalaatti jabeessuu nudandeessisan irratti marii'anneerra.
Pleased to welcome President Ruto today for bilateral talks on strengthening cooperation and reviewing our existing ties.

ዛሬ የአልጄሪያ ፕሬዝዳንት አብድልመጂድ ቴቡኔን ለሁለትዮሽ ውይይት አግኝቻለሁ። ኢትዮጵያ እና አልጄሪያ በታሪካዊ ትስስር፣ በፓን አፍሪካኒዝም እና በጋራ ፍላጎት ላይ የተመሠረተ ጠንካራ የዲፕሎማሲ ቁርኝት ይጋራሉ።
Har'a Pirezdaantii Aljeeriyaa, Abdelmajiid Tabuun waliin marii garlamee taasifneerra. Itoophiyaafi Aljeeriyaan hidhata seena-qabeessa, Paan Afrikaanizimiifi hidhata dippiloomaasii cimaa fedhii waloorratti hundaa'ee waliin qabu.
I met with President Abdelmadjid Tebboune of Algeria today for bilateral talks. Ethiopia and Algeria share strong diplomatic ties, rooted in historical solidarity, Pan-Africanism, and mutual interests in regional stability.

ፕሬዝዳንት ሀሰን ሼክ መሃሙድ እንኳን በድጋሚ ወደ ኢትዮጵያ መጡ። በተደጋጋሚ የምናደርጋቸው ግንኙነቶች ቁርኝቶቻችንን በማጠናከር ትብብራችንን ይበልጥ ለማጎልበት ቁልፍ ናቸው።
Pirezdaanti Hasan Sheek Mahaammud baga nagaan deebitanii gara Itoophiyaa dhuftani. Irra deddeebinee walarguun keenya hidhata keenya cimsuudhaan walta'insa keenya caalaatti gabbisuudhaaf murteessaadha.
Welcome back to #Ethiopia, President Hassan Sheikh Mohamud. Our frequent engagements are key to strengthening our ties and enhancing cooperation.

የተባበሩት መንግሥታት የምግብ እና የእርሻ ድርጅት (ዩኤንፋኦ) ዳይሬክተር ጀነራል ኩ ዶንግዩን በድጋሚ በማግኘቴና በሁለትዮሽ ጉዳዮች ዙሪያ ውጤታማ ውይይት በማድረጋችን ደስታ ይሰማኛል።
በውይይታችንም የምግብ ዋስትናን ለማረጋገጥ፣ ዘላቂነት እና በዘርፉ ለሚያስፈልገው ጽናት ተባብሮ የመሥራትን አስፈላጊነት በማውሳት የኢትዮጵያን ቀጣይ የግብርና ሥራ ጥረቶችን ተመልክተናል።
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Daarikteera Waliigalaa Dhaabbata Nyaataafi Qonnaa, Qu Dongiyu irra deebiidhaan arguukoofi dhimmoota garlameerratti marii milkaa'aa taasisuu keenyatti gammadeera.
Marii keenyaan wabii nyaataa mirkaneessuuf, waan waaraa ta'eefi cimina damichi barbaaduuf barbaachisummaa walta'insaan hojjechuu kaasuudhaan, tattaaffiiwwan hojii qonnaa Itoophiyaa ittifufan ilaalleerra.
It was a pleasure to meet again with UNFAO Director-General QU Dongyu and engage in productive bilateral discussions. We explored Ethiopia’s ongoing agricultural efforts, emphasizing collaboration to enhance food security, sustainability, and resilience in the sector.

ከዛምቢያው ፕሬዝዳንት ሃካይንዴ ሂቺሌማ ጋር ዛሬ በነበረን የሁለትዮሽ ውይይት የኃይል እና የአየር ትራንስፖርት ጉዳዮችን ጨምሮ ሰፋ ያለ መጠነርዕይ ባላቸው የሁለትዮሽ እና ቀጠናዊ ጉዳዮች ላይ ተነጋግረናል። በ38ኛው የአፍሪካ ኅብረት ጉባኤ ዋዜማ ላይ ሆነን በየጊዜው በመቀያየር ላይ በሚገኘው የአለም ሥርዓት ውስጥ የአኅጉራዊ አንድነትን ጠቀሜታ አጽንዖት ሰጥተን ተወያይተናል።
Marii garlamee har'a Pirezdaantii Zaambiyaa, Hakaayindee Hikleemaa waliin taasifneen aanniisaafi geejiba qillensaa dabalatee dhimmoota garlameefi naannawaa bal'na qaban irratti waliin dubbanneerra. Jalbultii Yaa'ii Gamtaa Afrikaarra taanee sirna addunyaa yeroodhaa yerootti jijijjiiramurratti argamu keessatti faayidaa akka ardiitti tokkummaa qabaachuu irratti xiyyeeffannee marii'anneerra.
In my bilateral meeting today with President Hakainde Hichilema of Zambia, we discussed a range of regional and bilateral issues, including cooperation in the energy and aviation sectors. On the eve of the 38th African Union Summit, we also underscored the importance of continental unity in an ever-evolving global order.

ከሴኔጋል ፕሬዝዳንት ባሲሩ ዲዮማዬ ፋዬ ጋር በሁለቱ ሀገሮቻችን መካከል ያለውን የሁለትዮሽ ግንኙነቶች ማጠናከር በሚቻልበት ሁኔታ ላይ ጥሩ ውይይት አድርገናል። በሚገጥሙን ፈተናዎች ውስጥም ሆነን በጠንካራ አመራር እስከተመራች አህጉራችን አፍሪካ ሰፋፊ እድሎች ያሏት መሆኗን አውስተናል። ለሁለቱ ሀገሮቻችን የጋራ ጥቅም እንዲሁም ለአህጉራችን ፋይዳ ስንል እነዚህን እድሎች በጋራ ለመጠቀም አብሮ ለመሥራት ተስማምተናል።
Pirezdaantii Senegaal, Baasiiruu Diyomaye Faayee waliin walittidhufeenya biyyoota keenya lachanii haala cimsuu dandeenyurratti marii gaarii taasifneerra. Qormaatilee numudatan keessa taanees ardiin keenya Afrikaan hooggansa cimaafi mul'ata qabuun hoogganamnaan carraawwan babal'aa akka qabdu kaafnee dubbanneerra. Faayidaa waloo biyyoota keenya lachaniif jecha carraawwan kanneen waliin ittifayyadamuuf waliin hojjechuuf waliigalleerra.