የማክሮ ኮሚቴው ዛሬ መደበኛ ስብሰባ አካሂዷል፡፡ ኮሚቴው የመንግስት ልማት ድርጅቶችን ሪፎርምንና የግል ተሳትፎ ሂደት ገምግሟል። በተጨማሪም የመንግስት ልማት ድርጅቶች የዕዳ ሸክምና የሪፎርም አቅጣጫ ላይ መጅረናል መክረናል።
The Macroeconomic Committee met today and reviewed key macroeconomic developments. The Committee reviewed the privatization process and agreed on key next steps. In addition, it considered and approved a new framework for resolving state owned distressed debt.
//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

በሀገር ደረጃ ኮቪድ19ን የመከላከል ርምጃዎችን መውሰድ የጀመርነው ቀደም ብለን ነው። የጋራ ጥረታችን ውጤታማ ነበር። አስቀድመን መጀመራችን መሰላቸትን ያስከተለ ይመስላል። ነገር ግን፣ ባለፉት ሁለት ሳምንታት ቫይረሱ በከፍተኛ ሁኔታ መሰራጨቱ መዘናጋት እና ቸልታን እንድናስወግድ እያሳሰበን ነው። እጆቻችንን በሚገባ እንታጠብ። የአፍ እና የአፍንጫ ጭንብሎችን በአግባቡ እንጠቀም። ሁልጊዜም ርቀታችንን እንጠብቅ!
Tarkaanfiiwwan ittisa #COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne. Tattaaffiin keenya waloo milkaa'aa ture. Dursinee jalqabuun keenya waan nuffisiisuu fide fakkaata. Haa ta'u malee torbeewwan lamaan darbanitti vaayrasichi haala olaanaadhaan tamsa'uunsaa dagachuu akka dhabamsiifnu nuhbachiisaa jira. Harka keenya sirriitti haadhiqannu. Yeroo hundaa gargarfageenya qaamaa haa eegnu!
As a nation we began taking #COVID19 prevention measures very early on and did well collectively at the beginning. Starting early may have led some to prevention fatigue, yet we are now witnessing a rapid spread over the past two weeks that warrants we confront complacency. Wash your hands. Wear your masks. Keep your distance!

ኮቪድ19 በሀገራችን የሚገኝበትን ሁኔታ ለመረዳት እና በበርካታ አቅጣጫዎችና ውጤታማ ውሳኔዎችን ለመወሰን የምርመራ ዐቅማችንን ማሳደግ ዋና ተግባር ነው። ለአንድ ወር የሚቆይ ሀገር አቀፍ የምርመራ ዘመቻ ነገ በይፋ ይጀመራል። የሚገኘው የምርመራ ውጤት ቀጣይ ርምጃዎቻችንን እና በአዲሱ ዓመት የምንከውናቸውን ተግባራት ይወስናል። ጤና ሚኒስቴር ባወጣው መርሐ ግብር መሠረት ሁሉም ባለድርሻ አካላት እንዲሳተፉ እና ልዩ ልዩ የማኅበረሰብ አባላትም ይመረመሩ ዘንድ እንዲያበረታቱ ጥሪዬን አቀርባለሁ። የአፍ እና የአፍንጫ ጭንብሎችን በአግባቡ እንጠቀም። ሁልጊዜም ርቀታችንን እንጠብቅ!
Haala #COVID-19 irratti argamu hubachuufi kallattiiwwan garaagaraatiin murteewwan bu'a qabeessa ta'an dabarsuuf humna qorannaa keenyaa guddisuun hojii ijoodha. Duulli qorannoo sadarkaa biyyaatti taasifamuufi ji'a tokkoof turu bor ifatti ni jalqabama. Bu'aan qorannoo argamu tarkaanfiiwwan keenya ittaananiifi hojiilee bara haaraatti hojjennu kan murteessudha. Akkaataa sagantaa Ministeerri Fayyaa baaseen qaamoleen ilaallatu akka hirmaataniifi miseensonni hawaasaa garaagaraa akka qorataman akka jajjabeessan waamichakoon dhiyeessa. Haguugduu afaaniifi funyaanii sirriitti haafayyadamnu. Yeroo hunda gargar fageenya qaamaa keenya haa eeggannu!

የአዲስ አበባ የሕዳሴው ቤተሰቦች ዛሬ ከያሉበት ለ#አረንጓዴ ዐሻራ ጥሪ ምላሽ ሰጥተዋል። የችግኝ መትከያ ወቅት አጋማሽ ላይ በምንገኝበት በዚህ ጊዜ፣ የሚቀጥለው ትውልድ ከእናንተ የሚጠብቀውን ለማሳካት ስለ ተጋችሁ አመሰግናችኋለሁ። ኢትዮጵያውያን በሙሉ፣ ከታሰበው ዓመታዊ ዕቅድ በላቀ ሁኔታ ምላሽ እንድትሰጡ ላበረታታችሁ እወዳለሁ። በአብሮነት እናሳካዋለን!
Gootonni eegumsa naannawaa Finfinnee har'a kutaalee magaalattii hundarraa waamicha #AshaaraaMagariisaatiif deebii kennaniiru. Yeroo biqiltuu dhaabbichaa kan walakkessine yoo ta'u, waan dhaloonni ittaanu isinirraa eegu bahuuf ka'uukeessaniif isin galateeffachuun barbaada. Galma waggaa kaa'ame ol milkeessuudhaaf guutummaa biyyaatti kan jirtan hunda keessan jajjabeessuun barbaada. Waliin taanee kana gochuu ni dandeenya!
Addis Ababa environment heroes have come out today from all parts of the city to meet the #GreenLegacy challenge. We’re halfway through the planting season and I commend you for rising to what the next generation demands of you. I encourage all throughout the country to exceed the annual goal set. We can do it together!

የ #አረንጓዴዐሻራ ችግኝ ተከላ በእቴጌ መነን የሴቶች አዳሪ ትምሕርት ቤት
Dhaabbii biqiltuu #AshaaraaMagariisaa Mana Barumsaa Bultii Shamarranii Iteegee Mananiti.
#GreenLegacy planting at Etege Menen Girl’s
Boarding school.