Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
158K subscribers
8.06K photos
375 videos
71 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
በጋራ ስንቆም ያቀድነውን እናሳካለን። ሰላምን እንትከል። ለትውልድ የሚተርፍ ዘላቂ ዐሻራን እናሳርፍ!

Yoo waliin dhaabbanne kan karoorfanne fiixaan ni baafna. Ashaaraa fulla'aa dhalootaaf darbu haa keenyu!

What we aim to achieve, we can deliver on together. Plant peace. Plant a lasting legacy!
የአፋር ክልል የብዙ ያልተነካ ሀብት ባለቤት ነው። በተለይም መሬቱ እና ለም አፈሩ ለቆላ ግብርና የተመቸ ነው። በትብብር እና ጠንክሮ በመሥራት ክልሉ ለሀገራዊ ምግብ ዋስትና እና ከውጪ የሚገቡ ምርቶችን ለመተካት የሚያደርገውን አስተዋጽኦ በእጅጉ ለማሳደግ ይቻላል።

Naannoon Affaar qabeenya hedduu hintuqamne kan qabudha. Keessumaa laftisaafi biyyoonsaa gabbataan qonna gammoojjiif kan mijatudha. Walta'iinsaafi cimanii hojjechuudhaan gumaacha Naannichi wabii nyaataa biyyaa mirkaneessuufi hoomishoota alaa seenan bakka buusuuf qabu haalaan guddisuun ni danda'ama.

Within the Afar region is hidden a lot of untapped wealth, with land and fertile soil particularly conducive for low land agriculture. Through collaboration and hard work, the region’s contribution to national food security and import substitution can be developed.
በዚህ ዓመት ትምሕርታችሁን ያጠናቀቃችሁ የማስተርስ እና የፒ.ኤች.ዲ ዲግሪ ምሩቃን እንኳን ደስ ያላችሁ። ይህንን ምዕራፍ ያጠናቀቃችሁት በአስጨናቂው የኮቪድ19 ወረርሽኝ መካከል ቢሆንም፣ ትምሕርታችሁን በቴክኖሎጂ በመታገዝ ለማጠናቀቅ ያሳያችሁት ቁርጠኝነት እና ጽናት የሚደነቅ ነው። ለሁኔታው በሚስማማ መልኩ ራሳችሁን ማዘጋጀታችሁንም ያሳያል። በዓለማችን የሚታዩት ፈጣን ለውጦች ለየሁኔታው በሚሆን መልኩ ራስን በማዘጋጀት፣ የትኛውንም ዓይነት መሰናክል ተቋቁመው በአሸናፊነት የሚወጡ ሰዎች መሆንን ይጠይቅብናል። ቀጣዮቹን የሕይወታችሁን ምዕራፎች ስትጓዙ፣ ያካበታችሁት ዕውቀት እና ክህሎት ሀገራችሁን እና ዜጎቿን የሚያገለግል እንዲሆን ተስፋዬ እና እምነቴ ነው። የሀገራችን የኢትዮጵያ ብልጽግና በትምሕርታቸው አገናኝ ድልድዮችን ለመሥራት እና ገንቢ አሻራቸውን ለማሳረፍ በሚሹ ሴቶች እና ወንዶች ልጆቿ እጅ ላይ ነው።

Eebbifamtoota M.A. fi PhD bara kana barnoota keessan xumurtaniif baga gammaddanin jedha. Boqonnaa kana kan xumurtan weerara dhiphisaa #COVID-19 keessa taatanii ta'us, barnoota keessan teeknooliijiitti fayyadamtanii xumuruuf kutannoofi ciminni argisiiftan kan dinqisiifatamudha. Akkaataa haalichaan walsimuu danda'uun of qopheessuu keessanis kan argisiisudha. Jijjiiramoota ariifataa addunyaa keenyarratti mul'ataniif akkaataadhuma haalotasaaniif ta'uun of qopheessuun, namoota gufuuwwan kamiinuu dandamatanii moo'ichaan bahan ta'uu qabna. Boqonnaa jireenya keessanii ittaanuutti yoo deemtan beekumsiifi ogummaan kuufattan biyya keessaniifi lammiileeshee ittiin tajaajiluuf akka oolchitan abdiifi amantaakooti. Badhaadhinni biyya keenya Itoophiyaa ilmaanshee dhiiraafi dubaraa barnootasaaniitiin riqichoota qunnamsiisan ijaaruudhaan ashaaraasaanii kaa'chuuf barbaadan harka jira.

Congratulations to MA and PhD level graduates for successfully completing your studies. Although you mark a milestone during precarious times of #COVID19, your commitment and perseverance to finalize your studies online is commendable and testament to your adaptability. The rapid changes in our world demands adaptable individuals who are able to weather any obstacles and come out winners. As you embark on your next chapters in life, may the knowledge and skills you have accumulated be in service to your country and fellow citizens. Ethiopia’s prosperity sits on the shoulders of its sons and daughters who through their education build bridges and aspire to leave a constructive legacy.
ኮቪድ19ን የመመርመር ዐቅማችንን አጠናክረናል። ኮቪድ19ን ከመመርመሪያ 1 ሚልዮን ኪቶች መካከል የመጀመሪያውን ዙር ዛሬ ተቀብለናል። ከዚያም ውስጥ 50 በመቶው በቅርቡ በሀገራችን የማምረት ሥራውን በሚጀምር ሀገር በቀል ኩባንያ አማካኝነት የተለገሰ ነው። እነዚህ መመርመሪያዎች ወረርሽኙ በከፍተኛ ሁኔታ መዛመቱን ተከትሎ፣ በሀገር ውስጥ የምርመራ ኪቶችን ለማምረት የምናደርገው ዝግጅት እስከሚጠናቀቅበት እስከ ጥቅምት 2013 ድረስ ዕለታዊ የምርመራ ዐቅምን ከፍ ለማድረግ ያስችላሉ።

Humna #COVID-19 qorachuu keenya cimsanneerra. Kiitota #COVID-19 qorachuuf oolan miloyoona tokko keessaa har'a marsaa isa dura fudhanneerra. Kana keessaa dhibbeentaan 50ni kaampaanii dhuunfaa biyya keessaa dhiyeenya biyya keessatti hoomishuu jalqabuun kan kennamedha. Meeshaaleen qorannaa kunneen weerarichi garmalee babal'achuusaatiin, hamma Onkoloolessa 2013 qophiin kiitota qorannaa biyya keessatti hoomishuuf goonu xumuramutti, humna qorannaa guddisuuf ni dandeessisu.

As we strengthen our #COVID19 testing capabilities, today we received the first installment of 1 million diagnostic testing kits with 50% donated by a local company which will commence domestic production soon. With infection rates increasing, daily testing can now be further augmented in the next three months, as we progress to making locally produced testing kits available by October 2020.
የኢትዮጵያን ልምላሜ ለመጨመር ፤ የአየር ንብረት ለውጥን ለማሻሻል፤ በ #አረንጓዴዐሻራ እንቅስቃሴ፣ እንዲሁም በሸገር እና በእንጦጦ ፓርኮች ተጨባጭ ተግባራትን እየከወንን ነው። ዛሬ ጠዋት ከእነዚህ ሥራዎች ጋር የተስማማ፣ በማራቶን ሞተርስ አማካኝነት ሙሉ ለሙሉ በሀገራችን የተገጣጠመ፣ የመጀመሪያውን የኤሌክትሪክ መኪና በስጦታነት በመቀበሌ አመሰግናለሁ። የካርቦን ልቀት የማያስከትሉ መኪኖች፣ በማደግ ላይ ባሉ ከተሞቻችን የአየር ብክለት እንዲቀንስ አስተዋጽዖ ያደርጋሉ።

Itoophiyaa magariisomsuufi jijjiirama haala qilleensaa dandamachuuf sochii #AshaaraaMagariisaafi paarkota Shaggariifi Inxooxxootiin hojiilee qabatamaa hojjetaa jirra. Har'a ganama konkolaataa elektiriikii isa jalqabaa hojiilee kana waliin walsimufi, Maaraatoon Mootersidhaan guutummaatti biyya keenyatti tolfame kennaadhaan fudhachuukootti gammadeera. Konkolaattonni aara kaarboonii hingadhiisne faalama qillensaa magaalota keenya guddata jiranii hir'isuuf ni gargaaru.
ባለፈው ዓመት የተካሄደው የሥራ ዕድል ፈጠራ ክንውን በብሔራዊ ደረጃ 3 ሚሊየን የአጭር ጊዜ እና ቋሚ የሥራ ዕድሎችን መፍጠሩ የሚያበረታታ ነው፡፡ የኮቪድ19 ወረርሽኝ ተጽዕኖ ቢኖርም እንኳ፣ የግብርና፣ የኢንዱስትሪ እና የአገልግሎት አሰጣጥ ዘርፎች አሁንም በሥራ ለመሠማራት ዝግጁ የሆነውን የሰው ኃይል ለማቀፍ እና ተጠቃሚ ለማድረግ ዐቅም አላቸው፡፡ የክልል አመራሮች በየክልላቸው በተለይም ሰላምን እና ደኅነነትን የማስጠበቅ ሥራን መሥራት አለባቸው ። የተገኘው ዕድገት እንዲቀጥልም ለኢንቨስትመንቶች ጥበቃ እንዲያደርጉ ማሳሰቢያ ተሰጥቷቸዋል፡፡

Jobs creation performance over the past year is promising with more than 3mil short-term and permanent jobs created nationally. Agriculture, industry and the service sectors still have a lot of potential to absorb readily available human resource, despite the impact of #COVID19 on various sectors. Regional leadership are advised to particularly focus on strengthening peace and security within their respective regions and investments protection to capitalise on the gains made.

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
Kitaaba Ida'amuu sababa garaa garaatiin warra dubbisuu hin dandeenyeef Sagaleedhaan qindaa'ee isiniif dhihaateera. https://medemer.et/ Ida'amuun maali, maaliifi garamitti ida'amnee eessatti imalla dhimmoota jedhanirratti hubannoo gabbifachuuf Kitaaba IDA'AMUU Afaan Oromoo sagaleen isiniif dhihaate bilisaan dhaggeeffadhaa, xiinxalaa, irrattis mari'adhaa.

https://www.facebook.com/MedemerNow/photos/a.139961850688566/305972470754169/?type=3
#አረንጓዴዐሻራ ቪዲዮዎቻችሁን በማኅበራዊ ሚዲያ ማጋራት ጀምራችኋል? ጽሕፈት ቤታችን ኅብረተሰቡ በዚህ ዓመት አረንጓዴ ዐሻራውን እንዲያሳርፍ የሚያነሳሱ፣ በመተባበር የተሠሩና ፈጠራ የታከለባቸው ቪዲዮዎችን እያሰባሰበ ነው። አጫጭር ቪዲዮዎቻችሁን #የጠሚአረንጓዴዐሻራጥሪ ከሚል መለያ ጋር በማኅበራዊ ሚዲያ አጋሩ።

Vidiyoo #AshaaraaMagariisa keessan midiyaa hawaasummaarratti qooduu jalqabdaniittuu? Waajjirri keenya vidiyoowwan akka hawaasni ashaaraasaa magariisa keewwatu kakaasanfi kalaqarratti hundaa'anii walta'insaan hojjetaman walittiqabaa jira. Vidiyoo keessan gaggabaaboo #WaamichaAshaaraaMagariisaaMM jechuudhaan qoodaa.

Are you sharing your #GreenLegacy challenge videos yet? My team is scouting collaborative creative videos that inspire and motivate communities to plant their print this year. Mark your short videos #PMGreenLegacyChallenge and share on social media. The surprise still stands!

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
ዛሬ ጠዋት ከተፎካካሪ የፖለቲካ ፓርቲ አመራሮች ጋር ፍሬያማ ውይይት አካሂደናል፡፡ የፖለቲካ ፓርቲዎችን የሚያገናኙ ተመሳሳይ የውይይት መድረኮችን በማስቀጠል በሀገራዊ ጉዳዮች ላይ ለመወያየት ተስማምተናል። ቀጣዩ ምክክር በ"ሀገራዊ መግባባት" ላይ የሚያተኩር ይሆናል። ሀገራችን ተረጋግታ በብልጽግና ጎዳና ግስጋሴዋን እንድትቀጥል ሰላማዊ ተሳትፎ፣ ሀሳቦችን በግልጽ ለውይይት ማቅረብ እና የፖለቲካ አመራሮች መከባበር በእጅጉ አስፈላጊ ነው፡፡ ተቋማዊ ግንባታን አጠናክረን በመቀጠል፣ የመንግሥት መዋቅሩን የለውጥ ሂደቱን ከሚያደናቅፉ አካላት እናጠራለን፡፡ የሕግ የበላይነት የመንግሥት አካላትን፣ የገዢው ፓርቲ አመራሮችንም ሆነ የፖለቲካ ፓርቲ አባላትን ሳይለይ ተፈጻሚ መሆኑ ቆራጥ አቋማችን ነው፡፡ የሀገራችንን ሕግ የሚተላለፍ ማንኛውም ሰው በሕግ ተጠያቂ ከመሆን አያመልጥም።

Har'a hoggantoota partiilee siyaasaa morkattoota waliin marii firii qabeessa taassisnerra. Waltajjii walfakkaatan paartilee walitti dhufan fufsisun dhimma biyyatti irratti mari'achuf waligallerra. Marii aanuu 'waligalte biyyaalessaa" irratti kan xiyyeffatu ta'a........


https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/