ሀገርን ማገልገል ዕድል፣ ተልዕኮን መፈጸም ደግሞ ድል ነው። የአገልግሎት ዘመናቸውን ያጠናቀቁ አምባሳደሮቻችንን #ኢትዮጵያ ታመሰግናቸዋለች። እኔም በዓለም መድረክ ላይ ሳይቆጠቡ ላሳዩት ውክልና ምስጋናዬን አቀርባለሁ።
Biyya tajaajiluun carraa, ergama raawwachuun immoo injifannoodha. Ambaasaaddaroota keenya bara tajaajilasaanii xumuran #Itoophiyaan nigalateeffatti. Anis bakka bu'insa utuu of hin qusatiin waltajjii addunyaarratti argisiisaniif nan galateeffadha.
To serve one’s nation so admirably is an honour. I would like to express my gratitude to our Ambassadors’ that have completed their terms, for their unreserved representation of #Ethiopia on the world stage.

የብረታ ብረት እና ኢንጂነሪንግ ኢንዱስትሪዎች በ #ኢትዮጵያ እየተስፋፉ ነው። ከአዲስ አበባ 30 ኪሎ ሜትር ርቀት ላይ በምትገኘው ገላን ከተማ ያለው ቢኬ ብረታ ብረት ኢንጂነሪንግ ኮምፕሌክስ ከባድ መኪኖችን፣ አውቶብሶችን በመገጣጠም እና የተለያዩ የኢንዱስትሪ ግብዐቶችን በማምረት ላይ ይገኛል። በ #ኢትዮጵያታምርት ተሳተፉ።
Indaastiriiwwan sibiilaa #Itoophiyaatti babal'ataa jiru. Kompileeksiin Injiineriingii Sibiilaa BK magaalaa Galaan, Finfinneerraa km 30 fagaattutti argamu, konkolaattota gurguddoofi atoobisoota tolchuufi galteewwan indaastirii addaaddaa hoomishuu irratti argama. #ItoophiyaanHaaHoomishtu irratti hirmaadhaa.
Metal and engineering industries in #Ethiopia are expanding and a worthy investment venture. BK Metal Engineering Complex located in Gelan town, 30km from Addis Ababa is engaged in assembling heavy duty trucks, buses and fabrication of different industrial components. Invest in #MadeInEthiopia.

ዛሬ በገላን ከተማ የ#ኢትዮጵያታምርት ሁለተኛውን ጉብኝት ያደረግነው በሆራ ኢንዱስትሪ ነው። በዚህ ኢንዱስትሪ ዘመናዊ የቡና ማቀነባበሪያ ፣ መቁያ እና ሲሚንቶ ማሸጊያ ማምረቻ ሥራዎች እየተከናወኑ ነው። ኢንዱስትሪ ማሳዳግ ለሀገሪቱ የውጭ ምንዛሪ ማስገኛ ትልቅ ሚና አለው:: በድጋሚ በ#ኢትዮጵያታምርት ተሳታፊ እንሁን::
Our second #MadeInEthiopia tour today included Horra Industries in Gelan town where modern coffee processing, roasting and cement packaging activities are taking place. Industries play a large role in forex generation and I once gain encourage investments in #MadeInEthiopia.