Abiy Ahmed Ali ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
โœ”
158K subscribers
8.06K photos
375 videos
71 links
แАแŒปแАแ‰ต แˆˆแˆ…แ‹แ‰ฃแ‰ฝแŠ• - แ‰ฅแˆแŒฝแŒแŠ“ แˆˆแŠ แŒˆแˆซแ‰ฝแŠ•!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People โ€“ Prosperity to our Nation!
Download Telegram
แ‹›แˆฌ #แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠจแ‹“แˆ˜แ‰ณแ‰ต แ‰ แŠแ‰ต แ‰ฐแˆฐแˆญแ‰† แ‹ˆแ‹ฐ แŠ”แ‹˜แˆญแˆ‹แŠ•แ‹ต แ‹จแ‰ฐแ‹ˆแˆฐแ‹ฐแ‹แŠ• แ‹ตแŠ•แ‰… แ‹˜แ‹แ‹ต แ‰ฐแ‰€แ‰ฅแˆ‹แˆˆแ‰ฝแข แ‹˜แ‹แ‹ฑ แ‹ˆแ‹ฐ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ˜แˆˆแˆต แˆ‹แˆ˜แ‰ปแ‰นแ‰ตแฃ แˆˆแˆฒแˆซแŠญ แŠ แˆตแ‹แ‹แŠ“ แˆˆแŠ”แ‹˜แˆญแˆ‹แŠ•แ‹ต แˆ˜แŠ•แŒแˆตแ‰ต แˆแˆตแŒ‹แŠ“แ‹ฌ แ‹จแˆ‹แ‰€ แАแ‹แข

Har'a Itoophiyaan gonfoo dinqii ta'e waggoota hedduu dura hatamee Nezerlaandisitti geeffame deebiftee fudhatteetti. Gonfoon kun gara Itoophiyaatti akka deebi'u kan mijeessan Siiraak Asfaawu fi Mootummaa Nezerlaandisiif galannikoo guddaadha.

Today #Ethiopia receives a precious crown stolen several years ago and taken to the Netherlands. I am grateful to Sirak Asfaw and the #Netherlands government for facilitating its return.

@NLinEthiopia @Landoforigins
แ‹จแŠจแˆแ‰ฃแ‰ณ แŒ แˆแ‰ฃแˆฎ แ‹žแŠ• แАแ‹‹แˆชแ‹Žแ‰ฝแŠ• แˆตแˆˆแ‹ฐแˆ˜แ‰€แ‹ แŠ แ‰€แ‰ฃแ‰ แˆ แŠฅแŠ“ แˆแˆญแ‰ƒแ‰ณแ‰ฝแˆ แŠฅแŒ…แŒ แŠ แ‹ตแˆญแŒŒ แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแˆแข แ‹จแ‹ณแ‰ แˆจ แ‰ฃแˆ…แˆ‹แ‰ฝแˆ แŠฅแŠ“ แˆˆแ‹˜แˆ˜แŠ“แ‰ต แ‹จแ‹˜แˆˆแ‰€แ‹ แ‰ แˆ…แ‰ฃแˆฌ แ‹จแˆ˜แŠ–แˆญ แ‰…แˆญแˆณแ‰ฝแˆ แˆ˜แˆˆแ‹ซแ‰ฝแˆ แАแ‹แข

แŠ แ‰ฅแˆจแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ แ‰ฅแˆแŒฝแŒแŠ“ แŠฅแŠ•แŒ“แ‹›แˆˆแŠ•แข

Jiraattonni Godina Kambaataa Xambaaroo simannaa keessan ho'aafi eebba keessaniif guddaan isin galateeffadha. Aadaan keessan gabbataafi hambaan waliin jiraachuu keessan barootaaf ture adda kan isin taasisudha.

Waliin taanee gara badhaadhinaatti imalla!

Thank you to the people of Kembatta Tembaro zone for the warm welcome and the blessings. Your rich culture and heritage of living in harmony is a great mark of your people.

We will march together towards prosperity.
แ‰  innovation.covid19.et แŠ แˆ›แŠซแŠแАแ‰ต แˆ˜แˆแŠซแˆ แ‹จแˆแŒ แˆซ แˆแˆณแ‰ฆแ‰ฝ แŠฅแ‹จแ‹ฐแˆจแˆฑแŠ• แАแ‹แข แ‹แ‰…แˆ›แ‰ฝแŠ•แŠ• แŠฅแŠ“ แ‰ตแŠฉแˆจแ‰ณแ‰ฝแŠ•แŠ• แ‹แŒคแ‰ณแˆ› แ‰ แˆ†แŠ‘ แ‰ฐแŒแ‰ฃแˆซแ‰ต แˆ‹แ‹ญ แˆ›แ‹ตแˆจแŒ‹แ‰ฝแŠ• #แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซแŠ• แ‹จแˆ›แ‰ แˆแŒธแŒ แŠ แŠ•แ‹ต แŠ แŠซแˆ แАแ‹แข แแˆฌแ‹ซแˆ› แˆแˆณแ‰ฆแ‰ฝแŠ• แ‰ แˆ›แแˆˆแ‰… แŠฅแŠ“ แ‹แŒคแ‰ณแˆ› แ‰ฐแŒแ‰ฃแˆซแ‰ตแŠ• แ‰ แˆ›แŠจแŠ“แ‹ˆแŠ• แŒ แŠ•แŠซแˆซ แŠฅแŠ“ แ‹ซแ‹ฐแŒˆแ‰ฝ แˆ€แŒˆแˆญแŠ• แŠฅแŠ•แŒˆแŠ•แ‰ฃแข แ‰ แˆแŒ แˆซ แˆฅแˆซ แ‰ฐแŒ แˆแ‹ฐแ‹ แˆˆแˆšแŒˆแŠ™แ‰ต แˆแˆ‰ แŠ แ‹ตแŠ“แ‰†แ‰ด แ‹ญแ‹ตแˆจแˆตแข

Karaa innovation.covid19.et yaadonni kalaqaa gaariin nu gahaa jiru. Humnaafi xiyyeeffannoo keenya hojiilee bu'a qabeessa ta'an irra oolchuun keenya qaama #Itoophiyaa badhaadhomsuuti. Yaadota bu'a qabeessa ta'an burqisiisuufi hojiilee bu'a qabeessa ta'an hojjechuudhaan biyya cimtuufi guddatte haa ijaarru. Warra hojii kalaqaatiin qabamanii jiran hundaaf dinqisiifannaan koo haa gahu.

Good ideas are being shared on the innovation.covid19.et portal by various individuals. Directing our energy and focus to productive activities is a building block to #Ethiopiaโ€™s prosperity. Let us engage in constructive ideas and deeds to build a stronger and developed nation. Well done to those that are immersed in the innovation process.
แŠ แแˆชแŠซ แŠจแแ‰ฐแŠ›แ‹แŠ• แ‹จแˆตแŠ•แ‹ด แˆ˜แŒ แŠ• แˆˆแˆ›แˆแˆจแ‰ต แŠจแˆšแ‰ฝแˆ‰ แˆ€แŒˆแˆซแ‰ต แˆ˜แŠซแŠจแˆ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠ แŠ•แ‹ท แŠ“แ‰ตแข แАแŒˆแˆญ แŒแŠ• แˆตแŠ•แ‹ดแŠ• แŠ แˆแŠ•แˆ แŠจแ‹แŒญ แ‰ณแˆตแŒˆแ‰ฃแˆˆแ‰ฝแข แŠ แˆแŠ• แŒแŠ• แŠจแ‹แŒช แ‰ แˆ›แˆตแŒˆแ‰ฃแ‰ต แˆแŠ•แ‰ณ แ‰ แˆ˜แˆตแŠ– แˆแˆ›แ‰ต แŠ แˆ›แŠซแŠแАแ‰ต แˆแˆญแ‰ณแˆ›แАแ‰ตแŠ• แˆˆแˆ˜แŒจแˆ˜แˆญ แŠ แ‰…แ‹ฐแŠ“แˆแข แ‰ แ‰คแŠ’แˆปแŠ•แŒ‰แˆ แŒ‰แˆ™แ‹ แŠฅแŠ“ แ‰ แŒ‹แˆแ‰คแˆ‹ แ‰ แ‰…แˆญแ‰ก แ‹จแ‰ณแ‹ฉแ‰ต แ‹แŒคแ‰ถแ‰ฝ แ‰ฐแˆตแ‹ แ‹จแˆšแŒฃแˆแ‰ฃแ‰ธแ‹ แŠ“แ‰ธแ‹แข แ‰ แˆถแˆ›แˆŒ แŠญแˆแˆ แ‹จแ‰†แˆ‹ แˆตแŠ•แ‹ด แˆแˆญแ‰ตแˆ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆ แ‹จแˆšแ‹ซแ‰ แˆจแ‰ณแ‰ณ แАแ‹แข แˆˆแ‹“แˆ˜แ‰ณแ‹Šแ‹ แ‹จ #แŠ แˆจแŠ•แŒ“แ‹ด แ‹แˆปแˆซ แ‹จแˆšแˆ†แŠ• แ‰ฝแŒแŠ แ‰ แˆฆแˆตแ‰ฑแˆ แŠญแˆแˆŽแ‰ฝ แ‰ แˆšแŒˆแ‰ฃ แŠฅแ‹จแ‰ฐแ‹˜แŒ‹แŒ€ แˆ˜แˆ†แŠ‘แŠ• แ‰ฐแŒˆแŠ•แ‹แ‰คแ‹ซแˆˆแˆแข

Itoophiyaan biyyoota Afrikaa qamadii baay'inaan hoomishan keessa tokko taatus, kaayyoon keenya isa alaa galchinu bakka buusuuf jallisiidhaan hoomishtummaa dabaluuf tattaafachuudha. Gama kanaan sochiin dhiyeenya naannolee Beenishaangul Gumuzii fi Gaambeellaatti taasifamaa jiru kan abdii namatti horudha. Naannoo Somaaleettis qamadii gammoojjiitti hoomishuun eegalame akkasuma abdachiisaadha. Wayita #AshaaraaMagariisa f biqiltuu dhaabuuf qophaa'aa jirru kanatti naannolee sadanittuu sochiin biqiltuu qopheessuu taasifamaa jiru na gammachiiseera.

While #Ethiopia is one of the largest wheat producers in #Africa, our aim is to further enhance productivity through irrigation schemes as part of import substitution endeavours. Recent activities in Beninshangul-Gumuz and Gambella are promising. As is implementation of lowland wheat production in Somali region. I am also pleased to learn the progress in seedlings production in nurseries throughout the three regions as we prepare for the annual #GreenLegacy planting season.
แ‹จแ‰ฐ.แˆ˜.แ‹ต แ‹‹แŠ“ แŒธแˆแŠ แŠ แŠ•แ‰ถแŠ’แ‹ฎ แŒ‰แ‰ดแˆฌแˆต แŠฎแ‰ชแ‹ต19 แ‹ซแˆตแŠจแ‰ฐแˆ‹แ‰ธแ‹แŠ• แˆแ‰ฐแŠ“แ‹Žแ‰ฝ แˆˆแˆ˜แŠจแˆ‹แŠจแˆ แŠฅแ‹จแ‹ˆแˆฐแ‹ฑ แ‹ซแˆ‰แ‰ต แˆญแˆแŒƒ แ‹จแˆšแ‹ฐแАแ‰… แАแ‹แข แ‹จแˆ›แŠ…แ‰ แˆซแ‹ŠแŠ“ แŠขแŠฎแŠ–แˆšแ‹ซแ‹Š แˆแˆ‹แˆฝ แ‹•แ‰…แ‹ฑ แŠ แˆแˆตแ‰ต แˆแˆฐแˆฆแ‹Žแ‰ฝ แŠขแ‰ตแ‹ฎแŒตแ‹ซ แŠจแˆˆแ‹จแ‰ปแ‰ธแ‹ แ‰ฐแ‰€แ‹ณแˆš แ‰ฐแŒแ‰ฃแˆซแ‰ต แŒ‹แˆญ แ‹จแˆšแŒฃแŒฃแˆ™ แŠ“แ‰ธแ‹แข แˆตแˆˆ แАแ‰ แˆจแŠ• แแˆฌแ‹ซแˆ› แ‹จแˆตแˆแŠญ แ‹แ‹ญแ‹ญแ‰ต แ‹‹แŠ“ แŒธแˆแŠแ‹แŠ• แŠ แˆ˜แˆฐแŒแŠ“แˆˆแˆแข

Barreessaan Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii, Antooniyoo Guuterees qormaatawwan #COVID-19 geessisu ittisuuf tarkaanfiin fudhachaa jiran kan dinqisiifatamudha. Utubaawwan shanan deebii hawaasummaafi dinagdeef kennuuf qabatan, hojiilee duraa Itoophiyaan adda baafteen kan walsimanidha. Marii gaarii bilbilaan gooneef Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii nan galateeffadha.

I appreciate the initiative of UN Secretary General Antonio Guterres to address challenges posed by #COVID19. The five pillars of the socio-economic response plan crafted reflect #Ethiopiaโ€™s priorities. I would like to thank the Secretary General for a good phone call.