แ แแ
แฐแ แแข แแแฐแณแฐแฉ แจแ
แฅแจแฐแฐแฅ แญแแแฝ แแแณแ แจแคแต แฅแตแณแต แแญแ แแฅแญ แ แแแตแแแญแ แต แ แแ
แแ
แต แแแฐแฆแฝแฃ แจแแแต แฐแแแต แฅแ แจแแแแฅแต แฐแแแต แญแจแแต แจแแแฃแฑ แ แแต แ แ แซแฃแขแซแฝแ แแ แ แญแซแณ แฐแแฝ แแน แฅแ แฐแฅแ แ แญแฅแญแ แแ แจแต แซแฐแจแ แจแแฎ แแแณแ แแแแ แญ แ แแฐแจแแ แแแณแ แญแแแ แจแ แฉแแธแแ แฅแแฒแแก แฅแชแฌแ แ แแญแฃแแแข แ แฐแแญแ แจแแแต แตแญแ
แถแฝ แแ
แ แซแ แแแแแตแ แ แแแฃแต แ แบแแฝ แจแแแ แฉ แฐแแฝแ แแฎ แแปแปแ แญแฝแแแข
Wayita kutaalee hawaasaa harkaqal'eeyyii ta'aniif sagantaa waggaa mana haaressuu jalqabnu kanatti, namoonni dhuunfaa, dhaabbileen daldalaafi dhaabbileen mootummaa utuu ganni hin seeniin namoota naannawaa keenyatti argaman hedduuf, tattaaffii jireenya mijawaafi kabaja namoomaaf malu akka jiraatan gochuuf eegalame kanaan gaheesaanii akka bahan waamichakoon dhiyeessa. Keessumaa dhaabbileen daldalaa itiigaafatamummaa hawasummaasaanii bahuudhaan jireenya namoota kumaatamatti lakkaa'amanii fooyyessuu ni danda'u.

แแฌ แ แฆแ แแ แขแแฑแตแตแชแซแ แแญแญ แซแตแแจแ
แแแ แจแขแแชแฎ แแฉแ แขแแจแตแตแแแต แจแแแฐแแ แแแข แจ50,000 แจแแ แแก แ แญแถ แ แฐแฎแฝ แแญ แตแตแตแญ แ แแแ แญ แ แแแต 60,000 แถแ แฅแ
แ แแแแจแต แจแแซแตแฝแ แแแแฃ แ แแแแต แจแแญ แแญแถแฝแ แ แแแญ แแตแฅ แแญแถแฝ แแแฐแซแต แจแแฐแจแแแ แฅแจแต แแแฐแแ แซแตแฝแแแข แขแตแฎแตแซ แฅแแฒแ
แฃแ แแ แ แฐแ แแแแต แแแ แแแญ แแแแฐแต แจแแแแ แแญแ แ แฃแแแฅแถแฝแ แแแแ แ แฅแ แ แตแปแญ แแแณแแฝแ แแแแ แญ แแแ แแตแข
Invastimentiin 'Invivo Group' har'a Paarkii Indaastrii Boolee Lammiitti eebbisiifne kan jajamudha. Qonnaan bultoota kuma 50 ol waliin hidhata uumuudhaan waggaatti biqila toonii kuma 60 homishuudhaaf kan dandeessisudha. Kun immoo tattaaffii homishoota biyya alaatii galfaman kan biyya keessaatin bakka buusuuf godhamu deeggaruudhaaf hojii ijoodha. Itoophiyaan abbootii qabeenyaa maallaqasaanii haala akkas bal'aa taa'een hojiitti bobbaasuuf barbaadan simachuufi haala mijeessuufiidhaaf qopheedha.

แฅแแแฐแ แจแ แแชแซ แแแฝแฃ แถ/แญ แ แชแแฉแ แ แดแฒแ แฅแ แถ/แญ แแฌแตแฎ แณแแ แจแ แฒแต แ แ แฃ แฉแแจแญแฒแฒ แจแญแฅแญ แถแญแตแฌแต แฒแแช แ แแแแณแฝแ แฅแแณแ แฐแต แ แแฝแแข แจแฐแแ แแฝแแต แ แขแฎแแแญแต แฅแ แ แแแแตแตแแ แแตแญ แแ แจแจแณแฝแแต แณแแ
แ แตแฐแแฝแ แจแแแฃแฝแ แแแ
แ แแแข
Ilmaan Afrikaa dhugaa Dr. Akinwumi Adesina fi Dr. Pietro Salini Yuniversiitii Finfinneeeraa doktireetii kabajaa argachuu keessaniif baga gammaddani. Badhaasichi gumaacha guddaa damee dinagdeefi injiineriingiitiin gootaniif beekamtii isiniif maludha.
Congratulations to the true sons of Africa Dr Akinwumi Adesina and Dr. Pietro Salini on being conferred honorary doctorate degrees by Addis Ababa University. A recognition well deserved for your great contributions to the field of economics and engineering.

แแฌแแณแแต แแฐแ แผแญ แแแแต แ แตแแ แจแถแแแซ แแฐแซแแ แชแแฅแแญ แแฌแแณแแต แแแ แ แแแจแฅแ แฅแแณแ แฐแต แซแแแต แแแแต แฅแแณแแแข แจแแซ แ แแ แจแแแตแฎแฝ แฅแ แแฃแแ แแณแฎแฝ แแญ แฐแแซแญแ แ แฅแแฐแแแ แซ แฅแแแด แแแข
I would like to congratulate former President Hassan Sheikh Mohamud on being re-elected as the President of the Federal Republic of Somalia. I look forward to working closely with you on common bilateral and regional interests.

แ แแแซแฝแ แแญแณแแแตแ แแแจแแญ แจแแซแตแฝแ แฐแ แฅแตแแฝ แ แแข แฅแแ
แจแฐแแฅแฎ แแฅแตแฃ แแน แ แจแญ แแฅแจแตแฃ แแ แแฌแตแฃ แฐแ แจแแ แแฅแต แฅแ แจแฐแ แแญแ แ แแแข แฅแแแ
แ แ แ แ แฅแ
แ แแญ แซแแแ แแฅแถแฝแ แ แแแแแต แแญแณแแแตแ แแจแแญ แ แแฅแแข แ แขแตแฎแตแซ แจแฐแแแจแ แ แแแฅแ แ แแ แจแณแ แธแแฆแฝ แซแตแ แจแแปแ แแ แ แแแแแต แฅแแฒแณแซ แแญแณแแแต แฃแ
แ แแแ แญแแฃแแข
Biyya keenyatti carraawwan bal'aan homishtummaa dabaluudhaaf dandeessisan jiru. Qabeenya uumamaa hin tuqamne, haala qilleensaa miijawaa, lafa xaa'ummaa qabu, qabeenya bishaanii bal'aafi humna namaa qabna. Qabeenyaawwan haala gahaa ta'een faayidaarra hin oolle kunneen walitti fiduudhaan homishtummaa dabaluu qabna. Itoophiyaatti adeemsi nyaataafi shaqaxoota bu'uraatiin of danda'uuf jalqabame fulla'insaan akka milkaa'u homishtummaan aadaa ta'uu qaba.

แจแข.แ.แฒ.แช. แแจแแจแซ แแญ แฎแแ
แจแแแแชแซ แแญ แแฉแแ แฅแแณแ แฐแต แซแแฝแ! แจแแฌแ แแจแ แแแ แแแแตแ แแแ แแซแแแแฝแ แซแตแแแแแข แแแแตแ แณแตแณแญแฑแ แณแณแแญแก แฅแแตแตแนแฃ แซแแแฝแแตแ แแแแต แฅแแตแณแซแแ แ แฐแซ แฅแแฝแแแแข
Eebbifamtoonni Kolleejjii Waraanaa Raayyaa Ittisaarra marsaa jalqabaatiin eebbifamtan baga gammaddani! Eebbi har'aa boriif beekumsa barbaaduuf isin qopheessuu qaba. Utuu hin nuffรฌin beekumsa akka barbaaddaniifi akka qooddanin isinii dhaama.
Congratulations to the first round of F.D.R.E. Defense War College graduates! Graduation today must prepare you for tomorrow's quest for knowledge. I trust you to seek knowledge without fail and to share what you have learned.