በአማራ ክልል የስንዴ ምርታማነትን ለማሳደግ የሚደረገውን ከፍተኛ ጥረት አደንቃለሁ። በመላዉ ክልል ከ41,000 ሄክታር በላይ ሲያለሙ በሰሜን ሸዋ ዞን ብቻ ከ2,800 ሄክታር በላይ ምርታማነት አበረታች ነዉ። በክላስተር የግብርና አካሄዳችን በአንድነት ለምግብ ዋስትና እና ለሀገር ልማት ምን እንደምናሳካ ማሳያ ነው።
Naannoo Amaaraatti tattaaffii guddaa homishtummaa qamadii dabaluuf taasifamaa jiru nan dinqisiifadha. Guutummaa Naannichaatti lafti hektaarri 41,000 misoomaa kan jiru yoo ta'u, Godina Shawaa Kaabaa qofatti homishni hektaara 2,800 irratti mul'atu abdachiisaadha. Adeemsi qonnaa kilaasterii keenyaa wabii nyaataafi misooma biyyaaftiif tokkummaadhaan maal milkeessuu akka dandeenyu kan agarsiisudha.
I appreciate the great efforts in the Amhara region to enhance wheat productivity. With more than 41,000 hectares developed throughout, North Shewa zone productivity of more than 2,800 hectares is encouraging. Our cluster farming approach is testament to what we can achieve in unity for food security and national development.

የኢቢሲ - ንግድ ባንክ 4ኛ የስፖርት ሽልማት ተሸላሚዎች እንኳን ደስ አላችሁ። በመካከላችን ያሉትን በርካታ ጀግኖች መዘንጋት የለብንም። ነባሮቹን በማድነቅና ተምሳሌት በማድረግ አዳዲሶችን በመንከባከብ ብዙ ጀግኖችን ለመፍጠር መትጋት አለብን። ስፖርት ለሀገራችን ያለውን አራት ፋይዳዎች ማሰብ ተገቢ ነው። 1) ስፖርት የግል ክህሎት ይፈልጋል እንዲሁም የቡድን ጥረት ይጠይቃል:: የሀገር ግንባታም እንዲሁ ነው። 2) ስፖርት የግል ጥቅምን ከማስፈን ባሻገር የሀገር ገጽታ ግንባታን ይደግፋል። 3) ስፖርት እንደ አንድ ሀገር የማያቋርጥ እና ተጨማሪ ጥረት እና ጠንክሮ መሥራትን ይፈልጋሉ። 4) ስፖርት ዲሲፕሊንን እና ደንቦችን ማክበርን ይጠይቃል። ሀገርም የተጻፋ እና ያልተጻፋ ሕጎችን ይሻል:: የስፖርት ጀግኖቻችንን ስኬት፣ ታታሪነት እና ውጤታቸውን ስናከብር እንደ ሀገር ስፖርቱ የሚያሳየንን ትምህርት እናስተውል።
የአፈርና ውኃ ጥምረት ለግብርና ምርታማነት ወሳኝ ነው:: እንደ ሀገር ለውኃ እና ለአፈር አያያዝ አሠራሮቻችን ትኩረት ሰጥተን መሥራት አስፈላጊ ነው:: በዓለም በውኃ አቅርቦት ማነስና በአፈር መሸርሸር የተነሣ የመሬት መራቆት እየተባባሰ ነው። የ #አረንጓዴዐሻራ ጥረታችን የግብርና ምርታማነትን እና የምግብ ዋስትናን ለማረጋገጥ እንዲቻል በርካታና ውስብስብ ችግሮችን ለመፍታት ያለመ ነው።
Qindoominni biyyoofi bishaanii homishtummaa qonnaatiif murteessaadha. Akka biyyaatti kunuunsa biyyoofi bishaaniif xiyyeeffannoo kenninee hojjechuun barbaachisaadha. Addunyaarratti hanqina dhiheessii bishaaniifi dhiqama biyyootiin lafti golgolaa'uunsaa itti caalaa deemaa jira. Tattaaffiin #AshaaraaMagariisaa keenya homishtummaa qonnaa dabaluufi wabii nyaataa mirkaneessuun akka danda'amu rakkoolee hedduufi walxaxaa ta'an furuuf kan yaadamedha.

ያለንን ማካፈል የባህላችን አንድ አካል ሆኖ የዘለቀ ዕሴት ነው። እጦት ለገጠማቸው ማካፈል ዐሥር እጥፍ መልሶ የሚያስሸልም ተግባር ነው። ከበዓል ሰሞን ባሻገር በቀጣይነት የመስጠት ተግባራችንን ማስፋት በእኩልነት ተደራሽ የሆነ ማኅበረሰብን ለመፍጠር ከሚያስችሉ ግብአቶች አንዱ ነው። በተለያየ የኑሮ ደረጃ የምንገኝ ሁሉ 'ማዕድ ማጋራት'ን እንዲያሰፉ አበረታታለሁ።
Waan qabnurraa qooduun duudhaa qaama aadaa keenyaa ta'ee turedha. Warra harka-qal'eeyyiif waa qooduun gocha harka dhibba deebisee nama badhaasudha. Tibba ayyaanaa malees ittifufiinsaan gocha arjoomuu keenya babal'isuun galteewwan hawaasa haqaan qaqqabamuu danda'u uumuuf dandeessisan keessaa tokkodha. Warri sadarkaa jireenyaa gargaraarratti argamnu hundi nyaata waalii qooduu akka babal'ifnun jajjabressa.
To share is a value embedded deeply in our culture. To share with those less fortunate than us is a deed that will be rewarded tenfold. Beyond the holiday seasons of all faiths, extending our giving on a continuous basis is a building block to creating an equitable society. I encourage all at each level to expand the ‘Each One Feed One’ initiative.