በሕይወታችን የመጀመሪያውን ዓለም የምናየው ከቤተሰባችን ነው። ለልጆቻችን በርካታ አዎንታዊ ዕሴቶችን በልጅነታቸው ለማስተማር እንችላለን። ከነዚህም አንዱ አካባቢን መከባከብ እና ከተፈጥሮ ጋር መልካም ትሥሥር እንዲኖራቸው ማስቻል ነው። መላው ኢትዮጵያውያን ቤተሰቦች ኮቪድ 19ን እየተከላከሉ #አረንጓዴ ዐሻራቸውን እንዲያሳርፉ እኔና ቤተሰቤ ጥሪያችንን እናቀርባለን።
Jiruu keenya keessa gammachu jalqabaa kan arginu maatii keenya irraayi. Ijollee keenyaaf daa’imummaan dudhaalee gaggaarii barsisu dandenya. Kanneen keessa inni tokko naannoo kununsu fi uumamaa waliin walitti hidhinsa gaarii akka qabaatan dandessisu dha. Itiyoophiyaantoonni marti maatii isaanii COVID 19 irraa ittisaa Ashaaraa Magariisa akka kaayyatan maatii kiyya waliin waamichan dabarsina.
*በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ*
*Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!*

. .:
በኢትዮጵያ የመጀመሪያው በኮቪድ19 የተያዘ ሰው ከመገኘቱ አስቀድመን፣ የመከላከል ሂደቱን በበላይነት የሚመራ የሚኒስቴሮች ኮሚቴን አቋቁመናል፡፡ ከዚያም ቀጥሎ፣ ልዩ ልዩ ንዑሳን ኮሚቴዎች ተዋቅረው፣ ቫይረሱን የመከላከል እና ሥርጭቱን የመግታት ሥራ በበቂ ዝግጁነት እንዲከናወን እና ተመጣጣኝ መፍትሔዎችን ለመስጠት እንዲቻል ሲሠሩ ቆይተዋል፡፡ እነዚህ ንዑሳን ኮሚቴዎች ለይቶ መከታተያ፣ ለይቶ ማቆያ እና ለይቶ ማከሚያ ማዕከላትን በሀገር ደረጃ በማቋቋም፣ በግለሰብ ደረጃ ቫይረሱን ለመከላከል እንዲቻል ከሚረዱ ግብአቶች አንሥቶ ልዩ ልዩ የሕክምና መገልገያዎችን በመግዛት እና ድጋፍ በማፈላለግ፣ ከሀገር ውስጥ እንዲሁም ከሀገር ውጪ ከሚኖሩ ኢትዮጵያውያን ድጋፍ በማሰባሰብ ግብአቶች የሚቀርቡበትን ሁኔታ በማመቻቸት፣ እጅግ አስከፊ ሁኔታ ቢከሠት ተጋላጭ የሆኑ የማኅበረሰብ ክፍሎች የሚጠቀሙበትን ምግብ በማከማቸት እንዲሁም፣ የማክሮ ኢኮኖሚያዊ ደንቦችን በማውጣት እስካሁን ሥራቸውን ከውነዋል፡፡ በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር በእጅጉ ቢጨምር፣ ሕዝቡ ተገቢው ዝግጅት ሊኖረው እንዲችል ልዩ ልዩ ርምጃዎች ሲወሰዱ ቆይተዋል፡፡ የቫይረሱ ሥርጭት ከዕለት ወደ ዕለት ቁጥሩ ጨምሮ በኅብረተሰቡ መካከል መዛመት መጀመሩ የሚስተዋል ነው፡፡
መንግሥት ባለፉት ሦስት ወራት ቫይረሱን ለመግታት እና ሥርጭቱን ለመከላከል ርብርብ ሲያደርግ መቆየቱ ይታወቃል፡፡ ሆኖም፣ እያንዳንዱ ግለሰብ የቫይረሱን ሥርጭት ለመከላከል የሚጫወተው ሚና ከፍተኛ እንደ ሆነ ሊስተዋል ይገባል፡፡ የዚህ ዓመት የ #አረንጓዴ ዐሻራ ችግኝ ተከላ ከመጀመሩ ጋር ተያይዞ ትኩረት ሊሰጠው የሚገባ ጉዳይ አለ፡፡ የችግኝ ተከላ መርሐ ግብሩ መጀመሩ፣ መንግሥት በምንም ዓይነት ዜጎች የጥንቃቄ ርምጃዎችን ቸል እንዲሉ እንደ ፈቀደ ወይም አቋሙን እንዳላላ ተደርጎ ሊታሰብ አይገባም፡፡ የመከላከል ርምጃዎችን በጥብቅ መፈጸም አሁንም እጅግ አስፈላጊ ነው፡፡ የተቀመጡልንን ቫይረሱን የመከላከል ርምጃዎች ተግባራዊ እያደረግን፣ ምርታማነታችንን መቀጠል እና ግባችንን ማሳካት አለብን፡፡ አረንጓዴ ዐሻራ የአንድ ቀን ሥራ አይደለም፡፡ መላውን ክረምት የሚከናወን ሂደት ነው፡፡ ተግባራዊነቱም በግለሰብ እና በቤተሰብ ደረጃ የሚፈጸም ነው፡፡ ስለዚህ፣ በቤተሰብ ደረጃ ርቀታችንን እየጠበቅን የምናደርገው ችግኝ ተከላ፣ ኮቪድ19ን ከመከላከል ርምጃ ጋር አብሮ የሚከወን ነው፡፡ ደግሞም፣ የፈጠራ ሥራን ለሚሠሩ እና ጠቃሚ ሐሳቦችን ለሚያመነጩ ሰዎች እንደ ዕድል ተደርጎ ሊወሰድ ያስፈልጋል፡፡ ሁኔታው የኮቪድ19 መከላከል ርምጃዎችን እየተገበርን እንዴት እና በምን መንገድ 5 ቢሊየን ችግኞችን የመትከል ዕቅዳችንን እንደምናሳካ በርካታ ሐሳቦችን እንዲያፈልቁ የሚጋብዝ ነው፡፡
Itoophiyaatti utuu namni inni jalqaba #COVID-19 qabame hinargamiin dursinee, Koree Ministirootaa addeemsa ittisuu isaa gaggeessu hundeessineerra. Itti aansuudhaanis koreewwan xixiqqaa adda addaa ijaaramanii, hojiin vaayrasicha ittisuufi tamsa'inasaa qolachuu qophaa'ummaa gahaa ta'een akka raawwatamuufi furmaatawwan walsimaa kennuun akka danda'amu hojjechaa turaniiru. Koreewwan xixiqqaan kunneenis giddugaleeyyi itti addatti baasanii hordofan, tursaniifi wal'aanan sadarkaa biyyaatti hundeessuudhaan, galteewwan sadarkaa dhuunfaatti vaayrasicha ittisuudhaaf gaargaaranirraa jalqabee meeshaalee tajaajila wal'aansaa adda addaa bituufi dhiyessiinsaanii akka jiraatu deeggarsa barbaadaa turaniiru. Kana malees Itoophiyaanota biyya keessaafi biyya alaa jiranirraa deeggarsa qindeessuudhaan haala itti galteewwan dhiyaatan mijeessuudhaan, haalli baay'ee badaa ta'e yoo mudate, dhiyeessii min'aanii kutaaleen hawaasaa baay'ee saaxilamaa ta'an itti fayyadaman kuusuudhaan akkasumas dambiiwwan dinagdee maakroo baasuudhaan hamma yoonaatti hojiisaanii raawwataniiru. Lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii yoo baay'ee dabale, uummanni qophii barbaachisaa gahaa ta'e akka qabaatu tarkaanfiiwwan adda adda fudhatamaa turaniiru. Wayita ammaa tamsa'inni vaayrasichaa guyyuma guyyaan dabalaa dhufee hawaasa keessatti babal'achuu jalqabuunsaa kan mul'atudha.
Ji'oottan sadan darbanitti mootummaan vaayrasicha dhaabuufi tamsa'inasaa itisuuf tumsaa turuunsaa kan beekamudha. Haa ta'u malee namni hundi akka dhuunfaatti vaayrasicha ittisuuf shoora olaanaa akka qabu hubachuu barbaachisa. Dhaabbiin biqiltuu #AshaaraaMagariisa bara kanaa eegalamuusaan walqabatee wanti xiyyeeffannoon kennamuufii qabu jira. Sagantaan dhaabbii biqiltuu jalqabamuusaatiin akka waan mootummaan lammiileen tarkaanfii of eeggannoo dagachuu qabaniitti waan heeyyame, yookaan hejjennoosaa akka waan laaffiseetti yaadamuu hiqabu. Tarkaanfiiwwan ittisaa cimsanii raawwachuun ammas barbaachisaadha. Tarkaanfiiwwan vaayrasicha ittisuudhaaf kaa'aman hojiirra oolchaa, hoomishtummaa keenya itti fufuufi galma keenya fiixaan baasuu qabna. #AshaaraaMagariisni hojii guyyaa tokkoo miti. Hojii ganna kana guutuu raawwatamaa deemudha. Hojiirra kan oolfamus sadarkaa maatiifi dhuunfaatiinidha. Kanaafuu hojiin dhaabbii biqiltuu gargar fageenya qaamaa eegnee sadarkaa maatiitti goonu, tarkaanfiiwwan #COVID-19 ittisuu hir'isuu hinqabu. Dabalataanis namoota hojii kalaqaa hojjetaniifi yaadota fayyadan burqisiisaniif carraa ta'ee fudhatamuu qaba.....
https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
ከማክሮ ኢኮኖሚ ኮሚቴ አባላት ጋር በመሆን የዓለም ባንክ የኢትዮጵያ ዳይሬክተር የሆኑት ካሮሊን ተርክን መሰናበቻ #GreenLegacy መርሀግብር ማስታወሻ ችግኞችን ተክለናል:: ላለፉት ጥቂት ዓመታት ለ #Ethiopia ላደረጉት የማያቋርጥ ድጋፍ እናመሰግናለን።
Miseensota koree dinagdee maakroo waliin, Itoophiyaatti Daarikteera Baankii Addunyaa, Kaarooliin Tarkiin yoo gaggeessinu, yaadannoof sagantaa #AshaaraaMagariisaatiin biqiltuuwwan dhaabneerra. Waggoota muraasa darbaniif deeggarsa walirraa hincinne #Itoophiyaaf gootaniif galatoomaa.
Together with the macroeconomic committee members, we say farewell to Carolyn Turk, World Bank Country Director, by planting #GreenLegacy seedlings. Thank you for your consistent support to #Ethiopia over the past few years.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!

#አረንጓዴዐሻራ የዕለት ተዕለት ሥራ ነው፡፡ የዛሬውን የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ክፍለ ጊዜ ከምክር ቤቱ አፈ ጉባዔ እና ከምክትል አፈ ጉባዔው ጋር ችግኝ በመትከል አጠናቅቀናል፡፡
#AshaaraaMagariisni hojii guyyuma guyyaatti hojjennudha. Walgahii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa har'aa kan xumurre Afyaa'iifi itti aantuu Mana Marichaa waliin taanee biqiltuu dhaabuudhaani.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
#AshaaraaMagariisni hojii guyyuma guyyaatti hojjennudha. Walgahii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa har'aa kan xumurre Afyaa'iifi itti aantuu Mana Marichaa waliin taanee biqiltuu dhaabuudhaani.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
ፕሬዚደንት ፒየር ኡንኩሩንዚዛ በድንገት ሕይወታቸው በማለፉ የተሰማኝን ሀዘን እገልጻለሁ። ለቤተሰባቸው እና ለብሩንዲ ሕዝብ መጽናናትን እመኛለሁ።
Pirezidaanti Piyeer Inkurunziizaa tasa lubbuunsaanii darbuutti gadda natti dhagahame ibsuun barbaada. Maatiisaaniifi uummata Burundiif jajjabinan hawwa
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
Pirezidaanti Piyeer Inkurunziizaa tasa lubbuunsaanii darbuutti gadda natti dhagahame ibsuun barbaada. Maatiisaaniifi uummata Burundiif jajjabinan hawwa
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
የማክሮ ኢኮኖሚ ኮሚቴውን ስብሰባ ከመጀመራችን አስቀድመን የ #አረንጓዴ ዐሻራ ችግኞችን ተክለናል። የተፈጥሮ ሕግ ዛሬ የዘራነውን፣ ነገ ያሳጭደናል። ነገን ዛሬ እንትከል።
Walgayii Koree Dinagdee Maakroo utuu hinjalqabiin dura biqiltuuwwan #AshaaraaMagariisa dhaabneerra. Seerri uumama kan har'a facaafne bor akka haamnu nubarsiisa. Borii keenya har'a haadhaabnu.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
Walgayii Koree Dinagdee Maakroo utuu hinjalqabiin dura biqiltuuwwan #AshaaraaMagariisa dhaabneerra. Seerri uumama kan har'a facaafne bor akka haamnu nubarsiisa. Borii keenya har'a haadhaabnu.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
“ታላቁ ዳግም ማስጀመሪያ” የኦንላይን ስብሰባ ላይ ከ @worldeconomicforum ፕሬዝዳንት @borgebrende ጋር ጥሩ ውይይት አካሂደናል፡፡ ከብዙ ጉዳዮች መካከል በወቅታዊው #COVID19 ወረርሽኝ ላይ ዓለም አቀፍ ምላሽን ለመገምገም፣ ዝቅተኛ ገቢ ያላቸውን ሀገራትን ለመደገፍ የፖሊሲ መሣሪያዎችን ለመጠቀም እንዲሁም አፍሪካ ከአህጉሪቱ ውጪ ባሉ አጋሮች ላይ ያላትን ከፍተኛ የንግድ ጥገኛነት ለመቀነስ የቡድን 20 ሀገራት ሊጫወቱ ስለሚችሉት ሚና ተነጋግረናል።
'Great Reset Virtual Meeting' irratti Pirezidaantii @worldeconomicforum @borgebrende waliin marii gaarii gooneerra. Dhimmoota hedduu kaafne keessaa, biyyoonni miseensota Garee 20 deebii wayita ammaa akka addunaatti #COVID-19 f kennamaa jiru gamaaggamuudhaan, toftaalee imaammataa jiranitti fayyadamanii biyyoota galii gadaanaa qaban deeggauufi, hirkattummaa guddaa Afrikaan daldalaaf michuuwwan Afrikaarraa hintaane irratti qabdu hir'isuu akka barbaachisu gahe qaban irratti marii'anneerra.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
'Great Reset Virtual Meeting' irratti Pirezidaantii @worldeconomicforum @borgebrende waliin marii gaarii gooneerra. Dhimmoota hedduu kaafne keessaa, biyyoonni miseensota Garee 20 deebii wayita ammaa akka addunaatti #COVID-19 f kennamaa jiru gamaaggamuudhaan, toftaalee imaammataa jiranitti fayyadamanii biyyoota galii gadaanaa qaban deeggauufi, hirkattummaa guddaa Afrikaan daldalaaf michuuwwan Afrikaarraa hintaane irratti qabdu hir'isuu akka barbaachisu gahe qaban irratti marii'anneerra.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#አረንጓዴ ዐሻራ ከሥነ ውበት በላይ ነው። የምንተነፍሰው አየር ነው። የምንጠቀመው እንጨት ነው፡፡ በተፋሰስ በኩል ለግብርና ሥራዎች የሚደርስ የውኃ አቅርቦት ነው ፡፡ ለካርቦን መጋዘን ነው። የብዝኃ ሕይወት መመጣጠንን የሚፈጥር ነው፡፡ የምግብ ዋስትናን ለማረጋገጥ ወሳኝ ነው፡፡ የተፈጥሮ ቱሪዝም መስሕብን ያሻሽላል። የአፈር መሸርሸርን ይከላከላል። የጎርፍ አደጋን ያስቀራል። እነዚህ ሁሉ ከዛፎች እና ደኖች ጋር በጥብቅ የተቆራኙ ናቸው፡፡ አሻራችንን በማኖር ለ#ኢትዮጵያ አረንጓዴ ምንጣፍ እንዘርጋ፡፡
#AshaaraaMagariisni miidhaginaa olidha. Qilleensa ittiin afuura baafannudha. Muka itti fayyadamnudha. Bishaan yaa'ee hojiiwwan qonnaaf ooludha. Mankuusaa kaarbooniiti. Lubbudanummaa kan eegsisudha. Wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha. Tuuriizimii uumamaa guddisa. Dhiqama biyyoo ittisa. Balaa lolaadhaan gahu dhorka. Warri ka'an kunneen hundi mukootaafi bosona waliin haalaan kan walitti hidhamanidha. Ashaaraa dhaabbi biqiltuu keenyaa kaa'uudhaan hundi keeny #Itoopgiyaaf afaa magariisa haa afnu.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
#AshaaraaMagariisni miidhaginaa olidha. Qilleensa ittiin afuura baafannudha. Muka itti fayyadamnudha. Bishaan yaa'ee hojiiwwan qonnaaf ooludha. Mankuusaa kaarbooniiti. Lubbudanummaa kan eegsisudha. Wabii nyaataa mirkaneessuuf murteessaadha. Tuuriizimii uumamaa guddisa. Dhiqama biyyoo ittisa. Balaa lolaadhaan gahu dhorka. Warri ka'an kunneen hundi mukootaafi bosona waliin haalaan kan walitti hidhamanidha. Ashaaraa dhaabbi biqiltuu keenyaa kaa'uudhaan hundi keeny #Itoopgiyaaf afaa magariisa haa afnu.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
ከደቡብ ክልል የፖለቲካ ፓርቲ አመራሮች ጋር ዛሬ ባካሄድነው ውይይት፣ የተነሡት ሐሳቦች እና የታየው ግልጽ የውይይት መንፈስ የሚደነቅ ነው፡፡ በክልሉ የሚኖሩ ሕዝቦችን ልዩ ልዩ ፍላጎት ባማከለ መልኩ፣ ክልሉን እንደገና ለማደራጀት በሚቻልበት መርሕ ላይ ተወያይተናል፡፡ እንዲህ ያሉ ውይይቶች መቀጠላቸው ወደ ተሻለ ጎዳና እንድናመራ እና ዴሞክራሲያዊ እሴቶች እንዲዳብሩ የሚያስችል ነው፡፡
Marii har'a hooggantoota paartilee siyaasaa Naannoo Kibbaa waliin gooneen yaadonni ka'aniifi haalli marii iftoomina qabu kan dinqisiifatamudha. Haala fedhiiwwan addaddaa uummattoota naannicha jiraatan giddugala godhateen, qajeeltoo ittiin naannicha deebisanii gurmeessuun danda'amurratti marii'anneerra. Mariiwwan akkanaa ittifufuun gara daandii wayyaa'aatti kan nugeessuufi duudhaawwan dimokraasii akka gabbatan kan dandeessisudha.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
Marii har'a hooggantoota paartilee siyaasaa Naannoo Kibbaa waliin gooneen yaadonni ka'aniifi haalli marii iftoomina qabu kan dinqisiifatamudha. Haala fedhiiwwan addaddaa uummattoota naannicha jiraatan giddugala godhateen, qajeeltoo ittiin naannicha deebisanii gurmeessuun danda'amurratti marii'anneerra. Mariiwwan akkanaa ittifufuun gara daandii wayyaa'aatti kan nugeessuufi duudhaawwan dimokraasii akka gabbatan kan dandeessisudha.
//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
ኢትዮጵያ፡- አፍሪካዊት የብልጽግና ተምሳሌት የሚል ርዕስ ያለው የመጪዎቹ ዐሥር ዓመታት የልማት ዕቅድ ማብራሪያ ቀርቧል፡፡ የዕቅዱ ዓላማዎች ጥራት ያለው የኢኮኖሚ ዕድገት ማምጣት፣ ምርታማነት እና ተወዳዳሪነትን ማሳደግ፣ ለአየር ንብረት ለውጥ የማይበገር አረንጓዴ ኢኮኖሚ መገንባት፣ የሥርዓታት ለውጥ ማምጣት፣ የሴቶች እና የወጣቶችን ፍትሐዊ ተሳትፎ እና ተጠቃሚነት ማረጋገጥ እና የግሉን ዘርፍ የኢኮኖሚ መሪነት ማረጋገጥ ናቸው፡፡
ሌሎች ዘርፎች ውጤታማ ዕድገት እንዲኖራቸው መሠረት የሚሆኑ አምስት ምሦሦዎችም ያሉት ይህ ዕቅድ፣ ያሉንን ጥንካሬዎች እና ዕምቅ ሀብቶች ጥቅም ላይ ለማዋል የታለመ ነው፡፡ በተለይም የኢነርጂ ዘርፍን የሚመለከተው ዕቅድ፣ ለአብዛኛዎቹ የልማት ፍላጎቶች እንዲሁም ለሁሉም ዘርፎች ኢነርጂ አስፈላጊ መሆኑን ከግምት ውስጥ ያስገባ ነው፡፡
የዐሥር ዓመት ዕቅዱ በውጤታማነት እንዲፈጸም የፌደራል መንግሥት እና የክልል መንግሥታት የሚከተሉትን ዐበይት ተግባራት መከወን ያስፈልጋቸዋል፡፡ 1. የሚካሄዱ ፕሮጀክቶች እና ኢንቨስትመንቶች በሙሉ የነፍስ ወከፍ ገቢን ለማሳደግ አስተዋጽዖ እንዲኖራቸው ማስቻል፣ 2. ፕሮጀክቶች ጥራት እንዲኖራቸው በሚያስችል መልኩ ማንኛውም ወጪ በአግባቡ በጥቅም ላይ እንዲውል ማድረግ፣ እና 3. ‘ድህነትን ከመዋጋት’ ትርክት ወጥቶ ባለ ብዙ ገጽ ብልጽግናን ወደ መገንባት መሸጋገር፡፡
Karoorri misoomaa waggoota kurnan dhufanii kan mataduree 'Itoophiyaa: Fakkeenya Badhaadhinaa Afrikaa' jedhu qabu irratti ibsi dhiyaate......